Fana: At a Speed of Life!

Gochi badii garee shororkeessaa ABUT raawwateen miidhaan hawaasummaa, xiinsammuu fi namoomaa qaqqabeera- Dr Indaalaa

Finfinnee, Onkololeessa 19, 2014 (FBC)- Gochi badii garee shororkeessaa ABUT Kaaba Walloo fi bakkeewwan garaagaraatti raawwateen miidhaan guddaan hawaasummaa, xiinsammuu fi namoomaa lammiileerra qaqqabuu Abbaa Gaar Olaanaan Dhaabbata Abbaa Gaar Uummataa Dooktar Indaalaa Hayilee ibsaniiru.

Hawaasni naannichaa rakkoolee fayyaa, beelaa fi kanneen biroof saaxilamuu kaasaniiru.

Lammiileen yeroo ammaa qe’ee fi qabeenya isaaniirraa buqqa’anii bakka tursiisa yeroo jiran kanaan dura ofiin oomishanii of sooraa, jireenya ho’aa jiraachaa kan turan amma garuu dirree fi buufataalee daa’annaa yeroo keessaatti kan argaman ta’uu ibsaniiru.

Dhiibbaan xiinsammuu hawaasicharra ga’aa jiru olaanaa ta’uu Dooktar Indaalaan ibsaniiru.

Dhiibbaan biyyarra ga’u akkasuma olaanaa ta’uu eeraniiru.

Maddi:- TOI

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.