Fana: At a Speed of Life!

Godina Goojjam Bahaa aanaa Goonchaa Siisoo Inaaseetti balaa konkolaataa muudateen lubbuu namoota 6 darbe

Finifnnee, Muddee 2, 2013 (FBC)  – Naannoo Amaaraa godina Goojjama Bahaa aanaa Goonchaa Siisoo Inaaseetti balaa Konkolaataa qaqqabeen lubbuun namoota 6 darbuu himame.

Konkolaataan ummataa Doolfinii jedhamu halkan sa’aatii 8:00tti Makaana Salaamii gara magaalaa Finfinnee imalaa ture garagaruun lubbuu namoota 6 yoo galaafatu, namoota 2 irra miidhaa cimaan qaqqabu ragaan Waajjira Dhimmoota Koominikeeshinii Mootummaa aanichaarraa argame ni agarsiisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.