Fana: At a Speed of Life!

Godina Qellem Wallaggaatti ruuziin lafa hektaara kuma 95 irratti oomishame walitti qabamuu eegale

Finfinnee, Onkololeessa 24, 2016 (FBC) – Godina Qellem Wallaggaatti ruuziin lafa heektara kuma 95fi 180 irratti misoome duulaan walitti qabamuu eegaleera.

Itti Gaafatamaan Waajjira Qonnaa Godinichaa,Obbo Mul’ataa Waaqjiraa Yeroo ammaa aanaalee keessatti Ruuziifi Boqqolloon duulaan walitti qabamaa jiraachuu ibsaniiru.

Godinichatti barana Ruuzii lafa hektaara kuma 95 ol irratti misoomerraa callaan kuntaalli miiliyoonni 3fi kumni 400 kan eegamu ta’uu OBN gabaaseera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.