Fana: At a Speed of Life!

Godina Qellem Wallaggatti hojiin misooma sululaa eegale

Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC)-Godina Qellem Wallaggatti hojiin misooma sulalaa eegaluu Waajjirri Qonnaa fi Qabeenyaa Uumama godinicha beeksise.
Hojiin misooma sululaa kun gguyyoota 45 tura jedhameera.
Hojichaaf godinichatti aanaalee 12 filatamaniin yaa’awwan 266 keessaa lafa heektara kuma dhibba 1 fi kuma 17 fi 366 kan uwwisu hojiin eegumsa biyyee fi bishaanii ni gaggeeffama jedhameera.
Akkasumas lafti heektarri kumni 11 fi 957 hojiin xuxuqaa namaa fi beeyiladaarraa ittisuu ni hojjetama jedhameera.
Maddi:-TOI
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.