Fana: At a Speed of Life!

Godinni Guraagee Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 ol taasise

Finfinnee, Sadaasa 13, 2014(FBC) –  Naannoo Uummattoota Kibbaatti godinni Guraagee Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyoona dhibba 1 fi miiliyoona 1 ol taasisuu bulchiinsi  godina Guraagee beeksise.

Hoggansi olaanaan godinichaa hojiirra oolmaa labsii yeroo ariifachiisaa fi dhimmoota yeroo biyyaalessaa ilaalchisee  Magaalaa Walqixxeetti marii gaggeessaa jira.

Uummata haalaan gurmeessuunii fi hubannoo uumuun nageenya naannoo eeguu fi eegsisuun dhimma murteessaa ta’uu marichaan ibsameera.

Godiinichi Raayyaa Ittisa Biyyaaf deeggarsa Birrii miiliyiina 1 fi miiliyoona 1 ol taasisuu ragaan Waajjira Koominikeeshinii godinichaarraa argame ni muul’isa.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa

argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com

/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.