Fana: At a Speed of Life!

Gootummaan biyya tajaajiluu caalu hinjiru-MM Dooktar Abiy

Finfinnee, Qaammee 1, 2015 (FBC)- Gootummaan biyya tajaajiluu caalu hinjiru jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad.

Dooktar Abiy Ahimad gootota waggoota 38 ol dhaabbilee mootummaa federaalaa keessa tajaajilan waliin Guyyaa Tajaajiltummaa kabajuu gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

Gootummaan biyya tajaajiluu caaluu akka hinjirre kan eeran Dooktar Abiy, hangafoonni kunneenis dhaloota isaan bakka bu’uuf fakkeenya ta’uus himaniiru.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.