Fana: At a Speed of Life!

Guyyaa Afrikaa bara kanaa wayita kabajnu mul’ata tokkummaa ardichaa milkeessuuf murannoo keenya ni mirkaneessina- MM Abiy Ahimad

Finfinnee, Caamsaa 17, 2014 (FBC) – Guyyaa Afrikaa bara kanaa wayita kabajnu mul’ata tokkummaa ardichaa milkeessuuf murannoo keenya ni mirkaneessina jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad.
Muummeen Ministiraa FDRI Abiy Ahimad guyyaa Afrikaa har’a kabajamu sababeeffachuun ergaa dabarsaniiru.

Guyyaa Afrikaa kanatti, mul’ata tokkummaa fi waadaa abbootiin keenya’ gara egeree nagaa, walitti hidhamiinsaa fi badhaadhina ardichaa qabatanii turan irra deebiin ni mirkaneessina! jedhan Fuula Tiwiitarii isaaniin.

Fuula Feesbuukii keenyaan odeeffannoo waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.