Fana: At a Speed of Life!

Guyyaa Dubartootaa Idil Addunyaa /March 8/ bara kanaa ilaalchisuun waltajjiin marii gaggeeffame

Finfinnee, Gurraandhala 26, 2013 (FBC) – Guyyaa Dubartootaa Idil Addunyaa /March 8/ bara kanaa ilaalchisuun waltajjiin marii gaggeeffameera.
Waltajjicharratti haasaa kan taasisan Ministirri Dubartootaa, Daa’immanii fi Dargaggootaa aadde Filsaan Abdulaahii Guyyaa Dubartootaa Idil Addunyaa /March 8/ bara kanaa wayita kabajnuu dhimmoota sochii dubartoota cimsuu danada’u tahuu ibsaniiru.
Maricharratti hoggantoonni hojii olaannoo argamaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.