Fana: At a Speed of Life!

Guyyaa har’a guutuu Oromiyaatti talaallii vaayrasii koroonaa laatamaa jira

Finfinnee, Sadaasa 13, 2014 (FBC) –Naannoo Oromiyaa hundatti talaallii vaayrasii koroonaa laatamuu eegaluu ibsameera.

Naannichatti Sadaasa 13 hanga 22, 2014tti lammiileen miiliyoonni 2.6 ol ta’aan talaallichaa ni fudhatuu jedhameera.

Duulli talaallii COVID-19 guyyoota 10’f turu kunis guyyaa har’aa guutuu Oromiyaatti kennamuu eegalamee jira.

Lammiin umriin isaa waggaa 18 fi isaa ol ta’e talaallii koroonaa kana fudhachuun fayyaa isaa eeggachuu qabu ibsamuu ragaan Biiroo Dhimmoota Kominikeeshinii Mootummaa naannoo Ormoyitaarra argamee ni muu’dhisa.

Naannoo keessaan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.