Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan galmee filattootaa ifomsuu fi iyannoon itti dhiyaatuu Fulbaana 12 ni xumurama

Finfinnee, Fulbaana 6, 2014 (FBC)- Boordiin Filannoo biyyoolessaa guyyaa galmee filattootaa ifoomsuu fi iyannoon itti dhiyaatuu Fulbaana 12, 2013 akka xumuramuu beeksiseera.

Filannoo marsaa 6ffaa idoowwan itti hin gaggeeffamnee naannolee Kibbaa, Somaalee fi Harariitti filannoon Fulbaana 20, 2014 akka gaggeeffamuu ni yaadatama.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.