Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan hundeeffama waggaa 1ffaa Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa kabajame

Finfinnee, Sadaasa 17, 2015 (FBC) – Guyyaan hundeeffama waggaa 1ffaa Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa magaalaa Boongatti kabajameera.

Af Yaa’ii Mana Maree Federeeshinii Obbo Aganyahu Tashaagar dabalatee hoggantoonni mootummaa federaalaa fi naannolee sirna kabaja guyyaa hundeeffama naannichaarratti argamaniiru.

Naannichi erga akka naannootti hundaa’ee hojiileen misoomaa fayyadamummaa hawaasa naannichaa mirkaneessan hedduun hojjetamuu Itti Aanaan Pireezidaantii naannichaa Dooktar Nagaash Wageesshoon ibsuu EBCn gabaaseera.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.