Fana: At a Speed of Life!

Guyyaan sabaa fi sablammootaa 15ffaan akka Oromiyaatti magaalaa Finfinneetti kabajameera

Finfinnee, Sadaasa 24, 2013 (FBC) – Ayyaanni guyyaa saboota, sablammootaa fi uummattoota Ityoophiyaa 15ffaan sadarkaa naannoo Oromiyaatti magaalaa Finfinneetti kabajameera.
Ayyaannichi mata duree “walqixxummaa fi tokkummaa sabdaneessaa badhaadhina waloof” jedhuun sirnoota adda addaan kabajamaa jira.
Saganticharratti preezdaantii mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaa dabalaatee hoggantoonni olaanoo naannolee Beenishaangul, Gambeellaa fi kibbaa argamaniiru.
Fedeeraalizimii dhugaa mirkaneessuu hojjanna jirra jedhan obbo Shimallis haasawa sirnicharratti haasawa taasiisaniin.
Preezedantiin Mootuummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan sabaa fi sablammoota 15ffaa sadarkaa Oromiyaatti kabajamurratti haasawaa taasisaniin, Ityoophiyaatti walqixxummaa, demookraasii, tokkummaa fi sabdaneessumma malee tarkaanfachuun hin danda’amu jedhan.
Eenyummaan sabootaa walitti dhufee Ityoophiyaa ishee dhugaa ta’a jedhan.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffann
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.