Fana: At a Speed of Life!

Guyyoonni Qaammee shanan taateewwan adda addaan yaadatamanii ni oolu

Finfinnee, Hagayya 28, 2013 (FBC)- Guyyoonni Qaammee shanan taateewwan adda addaan yaadatamanii ni oolu jechuun itti aantuun kantiibaa magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee ibsan.

Bulchiisni magaalaa Finfinnee jijjiirra bara haaraa 2014 sababeeffachuun hojiiwwan raawwatuuf magaalichaatti guyyoonni kunneen yaadatamuun ni ooluu jedhamera.

Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.