Fana: At a Speed of Life!

Harka micciirtootaaf harka kennachuufi mirga ofii sarbamanii jiraachuun aadaa Ityoophiyaanotaa miti – Obbo Galaasaa Dilboo

Finfinnee, Sadaasa 18, 2014 (FBC) – Harka micciirtootaaf harka kennachuufi mirga ofii sarbamanii jiraachuun aadaa Ityoophiyaanotaa miti jedhan qabsaa’aa buleessi ABO Obbo Galaasaa Dilboon.

Murtoon Muummee Ministiraa gara adda waraanaatti duulus isuma kana mirkaneessa jedhan Obbo Galaasaa Dilboon.

Humnoota keessaafi alaa waloon biyya diiguuf wixxirfachaa jiran qolachuuf murtoon Ministirri Mummeen Itoophiyaa adda waraanaatti argamanii qabsoo finiinsuuf fudhatan sirrii, harka micciirtota harka kutuufi kan birmadummaashii calaqqisiisu waan ta’eef tarkaanfichi tumsa hundaa barbaaba jedhan Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Dura taa’aa Itti aanaan Koree Dhaabbii Albuudaa fi Industirii akkasumas qabsaa’aa buleessi ABO Jaal Galaasaa Dilboon.

Hundaa ol oduu dharaa diigumsa biyyaa labsuufi tokkummaa booreessuu kan diinotni keessaafi alaa qindoominaan facaasan irraas of eeggachuun barbaachisaa ta’uu ibsaniiru. qabna jedhaniiru.

Maddi:- DhPI

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.