Fana: At a Speed of Life!

Hawaasni idil addunyaa gareen ABUT daa’immaan waraanaa keessatti hirmaachisaa jiraachuu isaa balaaleeffachuu qabu jedhame

Finfinnee, Adooleessa 16, 2013 (FBC) – Hawaasni idil addunyaa gareen shororkeessaa ABUT daa’immaan waraanaa keessatti hirmaachisaa jiraachuu isaa balaaleeffachuu akka qabu Qulqulleensi Ragaa Haala Yeroo beeksiise.
Qulqulleensi Ragaa Haala Yeroo Fuula Miidiyaa hawaasummaa isaan akka ibseetti, gareen Shororkeessaa ABUT daa’imman umrii malee dirqiin waraana keessatti hirmaachisaa jiraachuu ragaa qabatamaan jiraachuu himeera.
Yaa ta’uuti hawaasni idil addunyaa dhimmicha callisaan ilaalaa jiraachuu kaaseera.
Hawaasni idil addunyaa gochaa harcaatoota garee Shororkeessaa ABUT kana balaaleeffachuu akka qabu hubachiiseera.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.