Fana: At a Speed of Life!

Hidha haaromsa guddichaaf gama marsariitiin deeggarsi Doolaarri kuma dhibba 2 ol walitti qabame

Finfinnee, Sadaasa 20, 2014 (FBC) – Hidha haaromsa guddichaaf gama marsariitii  www.mygerd.com jedhuun  deeggarsi Doolaarri kuma dhibba 2 fi kumni 70 walitti qabamuu ibsame.

Marsariitiin kun deeggarsa hidha haaromsaa guddichaf galii walitti qabuuf  Adoolessa 2013 banamuu  ibsameera.

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.