Fana: At a Speed of Life!

Hidha Haaromsaatti ciraan bosonaa bakki bishaan irra ciisuu eegalame

Finfinnee, Waxabajjii 19, 2012 (FBC) – Hidha Haaromsaatti ciraan bosonaa bakki bishaan irra ciisuu eegalame.
 
Ciraan bosonaa kun kaleessa intarpiraayizoota miseensota 2000 qabaniin eeagalameera.
 
Hojiin ciraa bosonaa kun yeroo baatii tokko hin guunne keessatti kan xumuramu ta’a.
 
Ciraan lafa heektaara kuma 1 kun intarpiraayizoota naannoo Beenishaanguul Guumziin hojjetamuu eegaleera.
 
Hojii ciraa kanaaf baajanni Birrii miiliyoona 32.1 qabamuu daayreektarri olaanaa Eejansii Carraa Hojii Uumuu fi Misooma Intarpiraayizii obbo Bashir Abduraahiim himaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.