Fana: At a Speed of Life!

Hidhatoonni ABO shanee 12 too’annoo jala oolan

Finfinnee, Muddee 21, 2013 (FBC) – Godina Iluu Abbaa Booraatti hidhattoonni ABO Shanee 12 to’annoo seeraa jala olfamuun himame.

Ajajaan Qajeelcha Poolisii godina Iluu Abbaa Booraa Komaandar Alamuu Taaddasaa akka ibsanitti hidhattoonni ABO Shanee 12, meeshaaleen waraanaa 34 fi rasaasni hedduun too’atamaniiru.

 

Meeshaaleen kontiroobaandii fi Birriin sobaas too’atamuu himaniiru.

 

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

 

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

 

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.

 

Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.