Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoonni Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa haala yeroorratti marii taasiisaa jiru

Finfinnee, Muddee 22, 2014 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon Naannoo Ummattoota Kibba Lixa Ityoophiyaa haala yeroorratti marii taasiisaa jiraachuu ibsameera.
Dhimmoota waraanaan boodarratti xiyyeeffachuun marii taasiisaa jiraachuu ibsaniiru.
Tokkummaan Ummattoota Ityoophiyaa duula birmadummaa injifachuu Itti aanaan Preezdaantii naannichaa Dooktar Injiinar Nagaash Waageeshoo ibsaniiru.
Waraanaan booda rakkoolee muudachuu danda’an haala hiikuun danda’amurratti dursanii mari’achuun murteessaa ta’uu himaniiru.
Marii gaggeeffamaa jiru kanarratti hoggantoonni naannoo fi godinaalee naannichaa 6 keessaa walitti babba’an hirmaataniiru.
Tasfaayee Mirreessatu gabaase.
Naannoo keessan eegaa!
Gara adda waraanaatti duulaa!
Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.