Fana: At a Speed of Life!

Hoggantoota Izeemaa adda waraanaatti duulaniif gaggeessaan taasifame

Finfinnee, Sadaasa 17, 2014 (FBC)- Magaalaa Finfinneerraa hoggantoota Izeemaa adda waraanaatti duulaniif gaggeessaan taasifameera.

Dura ta’aan Izeemaa obbo Yashiwaas Asaffaa hoggansichi gara adda waraanaa imaluun raayyaa ittisa biyyaaf haamilee olaanaa uumaa jedhaniiru.

Zamaan Bayyanaatu gabaase

Naannoo keessan eegaa!

Gara adda waraanaatti duulaa!

Raayyaa Ittisa Biyyaa deeggaraa!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.