Fana: At a Speed of Life!

Hojiilee ijoo waggoottan lamaafi walakkaa darban keessatti raawwataman keessaa tokko riifoormii damee teeleekoomiiti – Dooktar Abiy

Finfinnee, Qaammee 2, 2012(FBC)- Hojiilee ijoo waggoottan lamaafi walakkaa darban keessatti raawwataman keessaa tokko riifoormii damee teeleekoomiiti – Dooktar Abiy Ahimad
 
Qaama ajandaa riifoormii dinagdee biyyaa maddee ta’uusaatiin mootummaan damicha guddisuuf hojiilee adda addaa hojjeteera.
 
Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad har’a ganama qaamolee ijoo dhimmichi isaan ilaallatu waliin walargee teeleekoomii libraalomsuu fi gartokkeen dhuunfaatti dabarsuuf waan hojjetamaa jirru ilaalchisee marii’achuu toora fuula feesbuukii isaaniin ibsaniiru.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.