Fana: At a Speed of Life!

Hojiin misooma sululaa guutuu Oromiyaatti Amajjii 1, 2013 irraa eegalee ni jalqabama jedhame

Finfinnee, Muddee 30, 2013 (FBC) – Hojiin misooma sululaa guutuu Oromiyaatti Amajjii 1, 2013 irraa eegalee kan jalqabamu ta’uu Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa beeksise.
Biirichi Amajjii 1, 2013 irraa eegalee misoomni suluulaa gandoota Oromiyaa hunda keessatti hirmaannaa hawaasaa ho’aa ta’een kan eegalamu ta’uu ibseera.
Tola ooltoonni hojii kanarratti akka hirmaattan Biiroon Qonnaa fi Qabeenya Uumamaa Oromiyaa waamicha dhiyeessera.
Hojiin misooma sululaa kun Amajjii 1, 2013 irraa eegalee guyyoota 45tiif hojii tola ooltummaan kan gaggeeffamu ta’uu ragaan Biiricharraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.