Fana: At a Speed of Life!

Hospitaalli waliigalaa fi kolleejjiin Saayinsii Fayyaa Adaamaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 283 eebbisise

Finfinnee, Bitootessa 2, 2015 (FBC) – Hospitaalli waliigalaa fi kolleejjiin Saayinsii Fayyaa Adaamaa barattoota ogummaa garaagaraan barsiisaa ture 283 marsaa 8ffaaf eebbisiiseera.

Kolleejjiin Saayinsii Fayyaa Adaamaa erga hundaa’ee ogeeyyii fayyaa kuma 1 fi 115 eebbisiisuu Diiniin kollejjichaa Obbo Dirribaa Daggafaan eeraniiru.

Guyyaa har’as barattoota 283 marsaa 8ffaaf eebbisiisuu ibsaniiru.

kolleejjichi qulqullina irratti xiyyeeffatee kan hojjetu ta’uu dubbataniiru.

Eebbifamtoonnis ogummaa baratan ka’umsa godhatanii jireenya fi muxannoo hojiirraa gabbifachuun hawaasa isaanii amanamummaan akka tajaajilan dhaamaniru.

Abdallaa Amaantu gabaase.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.