Fana: At a Speed of Life!

Hoteeloota ulaagaalee of eeggannoo ittisa dhibee koroonaa guutaniif beekkamtiin laatame

Finfinnee, Eebila 15, 2013 (FBC) – Naannoo Sidaamaatti Hoteeloota ulaagaalee of eeggannoo ittisa dhibee koroonaa guutaniif beekkamtii fi waraqaan ragaa laatamuu Ministeerri Aadaa fi Tuurizimii beeksise.
Bulchiinsa naannoo Sidaamaatti Hoteeloota 22f to’annoo fi hordoffiin taasiifameef keessa 21 ulaagaalee of eeggannoo ittisa dhibee koroonaa guutuun tajaajila laachaa jiraachuu ibsameera.
Hoteeloota ulaagaa kaa’ame guutanii argaman kanneeniif waraqaan ragaa fi beekkamtiin laatamuu ragaan Ministeera Aadaa fi Tuurizimiirraa argame ni agarsiisa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.