Fana: At a Speed of Life!

Humni addaa fi miseensonni Poolisii naannoo Somaalee Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjooman

Finfinnee, Hagayya 26, 2013 (FBC) – Humni addaa fi miseensonni Poolisii naannoo Somaalee Raayyaa Ittisaaf dhiiga arjoomaniiru.
 
Tokkummaa biyyaalessaa mirkanneessuuf humna adda waraanaa jiruuf deeggarsi hunda galeessi taasiifamu kan itti fufu ta’uu Komishinarri Komishinii Poolisii Naannoo Somaalee Komishinar Muhaammad Alii ibsaniiru.
 
Feesbuuki keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
 
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
 
Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo
 
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
 
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.