Fana: At a Speed of Life!

Humni Qilleensaa FDRI miseensota duulaa olaantummaa seeraa mirkaneessuu keessatti shoora olaanaa ba’aniif beekkamtii laate

Finfinnee, Eebila 29, 2013 (FBC) – Humni Qilleensaa FDRI hogantoota waraanaa olaanoo riifoormii dhaabbatichaa fi miseensota hojii olaantummaa seeraa kabachisuu keessatti shoora olaanaa ba’aniif guddina gulantaa fi beekamtii laateera.
Hoggantoota olaanoo 44, hoggantoota bu’uuraa 47 dabalatee kanneen leenjii xummuran waliigala miseensota kuma 1 fi 79f sadarkaan kabajaa kan laatame yoo ta’uu, hoggantoonni 47 uffata kabajaa olaanaa uffataniiru jedhame.
Akka OBN gabaaseetti Ajajaan Waliigalaa Humna Qilleensaa Ityoophiyaa Mejeer Jeneraal Yilmaa Mardaasaa sirnicharratti argamuun Guddina Gulantaa fi beekamtii kana laataru.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.