Fana: At a Speed of Life!

Hundeeffamni waggaa 60ffaa Mana Barumsaa Qaro Dhabeeyyii Sabbataa kabajame

Finfinnee, Waxabajjii 3, 2015 (FBC)- Hundeeffamni waggaa 60ffaa Mana Barumsaa Qaro Dhabeeyyii Sabbataa kabajame.

Saganticharratti Biiroo Barnootaa Oromiyaatti Ogeessi Barnoota Fedhii Addaa Obbo Gammadaa Ifaa, Daayrektara Barnoota Fedhii Addaa Yuunivarsiitii Finfinnee Dooktar Yargaashawu Baqqalaa fi keesummoonni biroon argamaniiru.

Dura bu’aan mana barumsichaa Barsiisaa Birhaanuu Booboo rakkoo manni barumsichaa qabu hiikuun dhaloota bor biyyaaf bu’aa buusan horachuuf qaamni hundi deeggarsa akka taasisu gaafataniiru.

Manna barumsichaa yeroo ammaa barattoota fedhii addaa 250 barsiisaa jira.

Dassaalany Abarraatu gabaase.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataan argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.