Fana: At a Speed of Life!

Hundeessituun Faawundeeshinii Niyaa fi giddugala Jooyii Otiizim aadde Zaamii Yaanuus boqatan

Finfinnee, Caamsaa 3, 2013 (FBC)- Hundeessituun Faawundeeshinii Niyaa fi giddugala Jooy Otiizim aadde Zaamii Yaanuus du’aan addunyaa kanarraa boqataniiru.

Aadde Zaamii Yaanuus dhibee vaayrasii koroonaatin har’a lubbuun isaanii darbeera.

Aadde Zaamiin yeroo amma kana daa’immaan hanqina guddina sammuu qaban 200 ol kunuunsa turuusaanii ragaan maatisaaniirra odeeffannee ni muul’dhisa.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

 

 

 

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.