Fana: At a Speed of Life!

Ibraahim Bubaakaar Keeytaan dhukkubsachuun Hospitaala galan

Finfinnee, Hagayya 27, 2012 (FBC) – Preezdaantiin Maalii humna waraanaan aangoorraa ugguraman Ibraahim Bubaakaar Keeytaan dhukkubsachuun Hositaala galuu ibsame.
 
Ibraahim Bubaakaar Keeytaan dhukkubsachuun
magaalaa Baamakootti Hospitaala galaniiru.
 
Maanguddoon umrii waggaa 75 kun aangoorraa gadi dhiisuu isaanii osoo hin beeksisin dura humna waraanaatiin guyyoota 10f to’annoo jala turan.
 
Madda:-BBC
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.