Fana: At a Speed of Life!

Ijaarsi Paarkii Indaastirii Qonna Qindaa’aa Naqamtee eegale

Finfinnee, Waxabajjii 6, 2013 (FBC)- Sirni Jalqabbii Ijaarsa Paarkii Indaastirii Qonna Qindaa’aa Naqamtee guyyaa har’aa bakka Preezdaantiin Bulchiinsa Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaafii Aanga’oonni Mootummaa Naannoo fi Federaalaa argamanitti raawwachaa jira.

Paarkiichi lafa heektaara 250 irratti kan ijaaramu yoo ta’u, oomishaalee Lixa Oromiyaatti argamuutti sona dabaluun gabaaf dhiyeessa jedhameera.

Ijaarsi Paarkii kanaa Birrii biiliyoona 7.8 akka gaafatus himamuu OBN gabaaseera.

Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com

Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.