Fana: At a Speed of Life!

Ijiinar Ayishaa Mahaammad naannoo Harariitti proojektii misooma magaalaa daawwatan

Finfinnee, Gurraandhala 9, 2013 (FBC)- Ministirri Ministeera Misooma magaalaa fi konistiraakshinii Injiinar Ayishaa Mahaammadin dabalatee qaamoleen dhimmi ilaallatu naannoleerra walitti babba’aan magaalaa Harariitti proojektoota ijaarramaa jiranii fi xumuramaan daawwataniiru.
Hoggantoonni hojii kunneen giddugalaa carraa hojii uumuu fi leenjii, giddugalaa gabaa qonnaan bultootaa, ijaarsa daandii asfaaltii fi bu’uraalee misoomaa garagaraa daawwateera.
Naannichatti proojektoonni misoomaa Birrii miiliyoona 300 ijaarramaa jiran sadarkaa gaariirra akka jiran hoogganaan Biiroo Misooma magaalaa fi konistiraakshinii naannoo Hararii obbo Abdulhakiim Abdumaaliik daawwannaa isaaniitin Faanaa Broodkaasting Koorporeet itti himaniiru.
Iyyoonaadaab Andu’aalemtu gabaase
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.