Fana: At a Speed of Life!

Injinar Silashiin Gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Ameerikaa waliin mari’ataa jiru

Finfinnee, Caamsaa 2, 2013 (FBC) – Ministirri Ministeera Bishaan, Jallisii fi Inarjii Dooktaar Injinar Silashii Baqqalaan Gaanfa Afrikaatti ergamaa addaa Ameerikaa Ambaasaaddar Jafirii Fiiltimaan waliin mari’ata jiru.
Marii sadee Hidha Haaromsaa dabalatee dhimmoota garaagaraarratti ni mari’atu jedhamee eeggama.
Marichatti gama Ityoophiyaan hirmaattoonni marii sadee Hidha Haaromsaa argamaniiru jedhame.
Fireehiyiwat Saffiiwitu gabaase.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; :-www.fanabc.com
Yuutyuubhttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.