Fana: At a Speed of Life!

Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Kubbaa Miilaa dubartootaa Addunyaa bara 2023 taate

Finfinnee, Hagayya 14, 2015 (FBC) – Gareen Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Ispeen Shaampiyoonaa Waancaa Addunyaa bara 2023 ta’era.

Tapha xumuraa Garee Kubbaa Miilaa Dubartootaa Biyyaalessa Ingilaand waliin taphate goolii 1 fi 0n injifachuun Shaampiyoonaa Addunyaa bara 2023 ta’eera.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.