Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaa fi Noorweey misooma Bosonaarratti tumsaan hojjechuuf mari’atan

Finfinnee, Onkololeessa 21, 2016 (FBC) – Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen Itiyoophiyaatti Ambaasaaddara Noorweey Istiyaan Kiristansan waliin mari’ataniiru.

Hariiroo damee qonnaa biyyoota lamaanii dhimmoota cimsanirratti mari’achuu ibsameera.

Bulchiinsa misooma Bosonaa, jijjjiirama qabeenya qilleensaa fi bosona ciraman deebisanii misoomsurratti tumsaan hojjechuuf mari’ataniiru jedhame.

Jireenya lammiilee fooyyeessuuf hojiirra oolmaa galmoota Sirna ce’umsa nyaataarratti mari’achuu ambaasaaddarichi fuula miidiyaa hawaasummaa isaaniin ibsaniiru.

#Oromiyaa #Ityoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.