Fana: At a Speed of Life!

Itiyoophiyaan Wiixata dhufu Ifatti miseensa BRICS taati

Finfinnee, Mudde 20, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaan Wiixata dhufu Ifatti miseensa BRICS taati jedhame.

Hagayya 2015 Afrikaa Kibbaa Johaanisbargitti yaa’ii BRICS 15ffaa gaggeeffamerratti gaaffii Itiyoophiyaan miseensa BRICS ta’uuf dhiyeessite fudhatama argachuun ni yaadatama.

Itiyoophiyaa dabalatee biyyonni Ijibti, UAE, Saa’ud Arabiyaa fi Iraan Amajjii 1, 2014 eegalee ifatti miseensa BRICS akka ta’aan garichi ibsuu TOI gabaaseera.

Biyyoonni shanaan wayitaa BRICS’tti makaman miseensonni garichaa gara 10tti akka guddatu ibsameera.

#Oromiyaa #Itiyoophiyaa

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.