Fana: At a Speed of Life!

Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonniin lammiilee Godina Matakkal irraa buqqa’an waliin marii’atan

Finfinnee, Amajjii 15, 2013 (FBC ) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonniin lammiilee Godina Matakkal irraa buqqa’an waliin marii’atan.
Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Dhimma Alaa obbo Dammaqaa Mokonniin lammiilee Godina Matakkal irraa buqqa’an buufata Raanch Chaginitti argamu keessa buufatanii jiran waliin marii’taniiru.
Maricharratti naannoo beeniishaanguul Gumuuz Godina Matakkalitti Qindeessaan Komaandi Poostii Tasfaayee Beeljigee, Qindeessaa Olaanaa Koomaandi Poostii Leetanaal Jenaraal Asiraat Denneeroo fi hoggantoonni mootummaa federaalaa fi naannoo argamaniiru.
Fuula Feesbuukii Keenyan Dabalata Odeeffannoo Waqtaawaa Argachuuf;
Teelegraama Keenya Https://T.Me/Afanoromofana Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Yuutyuubii Keenyan Nu Hordofuuf FBC Afaan Oromoo Https://Www.Youtube.Com/C/Fanabroadcastingcorporate/ Subiskiraayib Godhaa.
Karaa Marsariitii (Weebsaayitii) Keenya Fanabc.Com/Afaanoromoo Nu Hordofaaa.
Twiitara Keenya Https://Twitter.Com/Fanatelevision Nu Duukaa Bu’aa
Yeroo Maraa Nu Waliin Waan Taataniif Isin Galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.