Fana: At a Speed of Life!

Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Alaa Rippaablika Diimookiraatawaa Koongoo Finfinnee galan

Finfinnee, Onkololeessa 3, 2014 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa fi Ministirri Ministeera Dhimma Alaa Rippaablika Diimookiraatawaa Koongoo Kiristoof Luutuunduullaan Finfinnee galaniiru.
Kiristoof Luutuunduullaan Walga’ii Mana Maree Ministirootaa Gamtaa Afrikaa 39ffaa boru eegalamurratti hirmaachuuf Finfinnee galuu isaanii ibsameera.
Ministirichi wayita Buufata Xiyyaaraa Idila Addunyaa Boolee ga’an aanga’oota Ministira Dhimma Alaa FDRIn simatamuu ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma Alaarraa argame ni muul’isa.
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.