Fana: At a Speed of Life!

Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan daayreektar janaraala Dhaabbata Baqattoota Addunyaa Antooniyoo Vitoriinoo waliin mari’atan

Finfinnee, Muddee 8, 2012 (FBC) – Itti aanaan muummee ministiraa obbo Dammaqaa Makoonnan daayreektar janaraala Dhaabbata Baqattoota Addunyaa Antooniyoo Vitoriinoo waliin mari’atan.

Obbo Dammaqaan daayreektaricha Swiizarlaand Jeeneevaatti argatanii waliin mari’ataniiru.

Turmaata isaanitiin dhimma baqattootaa fi deebitootaarratti mari’ataniiru.

Dhaabbatichi deeggarsi laatu cimee kan itti fufu ta’uun eerameera.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.