Fana: At a Speed of Life!

Itti aanaan Preezdaantii Sudaan Leetanaal Jeneraal Mahammad Hamdaan Finfinnee galan

Finfinnee,Waxabajjii 10, 2012 (FBC) – Itti aanaan Preezdaantii Sudaan Leetanaal Jeneraal Mahammad Haamdaan dhimmota waktaawaarratti mari’achuuf Finfinnee galan.
 
Leetanaal Jeneraal Mahammad wayita Finfinnee ga’an itti aanaa Muummee Ministiraa FDRI Obbo Dammaqaa Makkoonnin dabalatee aanga’oonni olaanoon simatamaniiru.
Akka EBCn gabaaseetti itti aanaan Preezdaanticha turtii isaaniin aanga’oota olaanoo Ityoophiyaa waliin hariiroo biyyoota lameenii fi dhimmoota waktaawarratti ni mari’atu jedhame.
 
Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.