Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaa 2- 0 Taanzaaniyaa

Finfinnee, Amajjii 27, 2014 (FBC) – Taphni gulaallii Waancaa Addunyaa dubartootaa umrii waggaa 20 gadii har’a waaree booda Ityoophiyaa fi Taanzaaniyaa gidduutti gaggeeffame olaantummaa Ityoophiyaan xumurame.

Gareen dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii gita isaa Taanzaaniyaa goolii 2 ti 0n injifateera.

Gareen dubartootaa biyyaalessa Ityoophiyaa umrii waggaa 20 gadii tapha dhaqaa galaan goolii 2 fi 1n Taanzaaniyaa injifachuun tapha gulaallii Waancaa Addunyaa bara 2022 marsaa xumuraaf darbuu mirkaneeffateera.

Ityoophiyaa :- Haa Misoomsinu, Haa Ijaarru, Haa qophoofnu!!!

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.