Fana: At a Speed of Life!

‘Ityoophiyaa nagaadhaan dhaloota itti aanutti ceesisuuf tokkummaan uummattoota cimu qaba’- lij Danii’eel Jootee

Finfinnee, Eebila 25, 2013 (FBC) – Waldaan Gootota Ityoophiyaa durii guyyaa injifannoo Gootota Ityoophiyaa Waggaa 80ffaan Ebla 27, 2013 Magaalaa Finfinnee Siidaa Yaadannoo Goototaatti akka kabajamu beeksise.

Preezedaantiin Waldichaa lij Danii’eel Jootee kabaja ayyaanichaa ilaalshisuudhan Miidiyaaf ibsa kennaniiru .

Ityoophiyaa nagaadhaan dhaloota itti aanutti ceesisuuf tokkummaan uummattoota cimuu akka qabus himaniiru.

Akka gabaasa OBNtti ayyaanichi guyyoota sadiif sirnoota addaa addaa kan kabajamu ta’uus himaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.