Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaan Baha Afrikaatti yakka galaanarratti raawwatamu ittisuuf kan hojjettu ta’uu ibsite

Finfinnee, Caamsaa 23, 2014 (FBC) – Ityoophiyaan Inisheetiivii Galaana Diimaa keessatti adda durummaan qooda fudhachuun Afrikaa Bahaa keessatti yakka galaanarratti raawwatamu ittisuuf kan hojjettu ta’uu beeksiifteerti.
Baha Afrikaatti raawwii karoora proojektii yakka galaanarratti raawwatamu ittisuuf qophaa’e ilaalchisee mariin qindeessummaa Interpooliin gaggeeffameera.
Marii kana irrattis aanga’oonni proojektii Inisheetiivii Galaana Diimaa haala proojektichaa ilaalchisee Komishinara Komishinii Poolisii Federaalaa Jeneraal Dammallaash Gabra Mikaa’eeliif ibsa taasiisaniiru.
Fuula Feesbuukii keenyaan dabalataa odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.