Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanoonni 270 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Amajjii 1, 2013 (FBC) – Daa’immaan 5 dabalatee lammiileen Ityoophiyaa 270 Saa’ud Arabiyaarraa gara biyyaa deebi’aniiru.
Bakka bu’aan daayreektara jeneraalaa Dhimmoota Qoonsilaa Ministeera Dhimma Alaa Buufata Xiyyaaraa Idil Addunyaa Booleetti argamuun lammiilee kanneeniif simannaa taasiisaniiru.
Guyyaa tokko dura lammiileen 337 Riiyaadii gara biyyaa deebi’uu isaanii ragaan Waajjira Dubbii Himaa Ministeera Dhimma alaarraa argame ni agarsiisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.
Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.
Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.