Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaanoonni kumni 1 fi 657 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’an

Finfinnee, Waxabajjii 23, 2013 (FBC) – Lammiileen Ityoophiyaa kumni 1 fi 657 Saa’ud Arabiyaarra gara biyyaa deebi’aniiru.
Lammiilee Saa’ud Arabiyaatti argaman gara biyyaa deebisuuf qindoominni hojjetamaa jiraachuu ibsameera.
Guyyaa kaleessaa lammiileen kumni 1 fi 657 gara biyyaa akka deebi’an taasifamuu ragaan Dubbii Himaa Ministeera Dhimmaa alaarraa argamee ni muul’dhisa.
Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Teelegraamahttps://t.me/afanoromofana
Yuutyuubiihttps://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.