Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti hambaan qaama beelladootaa fi meeshaalee tajaajilaa waggaa miiliyoona 3 dura ture argame

Finfinnee, Muddee 26, 2014 (FBC) – Ityoophiyaatti hambaan qaama beelladootaa fi meeshaalee tajaajilaa waggaa miiliyoona 3 dura ture naannoo Kibbaa  Godina Koonsoo Sulula Yaandaa Tuumeetti argamuu ibsameera.
Qorannoo waggootaaf taasiifameen hambaan qaama beelladootaa fi meeshaan tajaajilaa dhala namaa dhagaarraa tolfame waggaa miiliyoona 3 dura ture argameera.
Argannoon kun gosa Beelladootaa waggoota miiliyoona 2 – 3 dura turan argarsiisuu kan danda’u ta’uu eerameera.
Hambaan argame beelladoota gosoota Arbaa,Booyyee, Roobii, bineesota lafarraa fi bishaan keessa jiraatanii ta’uu Waaltaan gabaaseera.
Ityoophiyaa :- Misoomsuuf, Ijaaruuf, Yaa qophoofnu!!!
Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;
Yuutyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR
Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa
Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.
You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.