Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 404 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Amajjii 7, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 404 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 15 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 5,625f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 404 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Namoonni haaraan 679 dandamataniiru.

Namoonni 12,873 yaalarratti argamu.

Namoonni 223 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun nama 15 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,023 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 130,326 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.