Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 573 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Muddee 24, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 573 vaayrasii koroonaan yoo qabaman,lubbuun namoota 4 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,387f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 573 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksise.

Namoonni haaraan 42 dandamataniiru.

Namoonni 10,305 yaalarratti argamu.

Namoonni 239 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 4 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 1,948 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 125,622 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf; Teelegraama keenya https://t.me/afanoromofana subiskiraayib godhaa.

Karaa Yuutyuubii keenyan nu hordofuuf FBC Afaan Oromoo https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/ subiskiraayib godhaa.

Karaa marsariitii (weebsaayitii) keenya fanabc.com/afaanoromoo nu hordofaaa.
Twiitara keenya https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.