Fana: At a Speed of Life!

Ityoophiyaatti namoonni dabalataa 935 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Gurraandhala 19, 2013 (FBC) – Gabaasa qorannoo sa’aatii 24 darbeetiin namoonni dabalataa 935 vaayrasii koroonaan yoo qabaman, lubbuun namoota 19 darbeera.

Sa’aatii 24 darbetti qorannoo laabraatoorii namoota 6,659f gaggeeffameen vaayrasichi namoota 935 irratti argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera.

Namoonni haaraan 954 dandamataniiru.

Vaayrasichi yeroo ammaa namoota 20,144 irratti argama.

Namoonni 375 wallaansa cimaa keessatti argamu.

Lubbuun namoota 19 darbeera.

Waliigala lubbuun namoota 2,340 darbeera.

Ityoophiyaatti waliigala hanga ammaatti namoonni 157,047 dhibichaan qabamaniiru.

Fuula Feesbuukii keenyan dabalata odeeffannoo waqtaawaa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii https://www.youtube.com/c/fanabroadcastingcorporate/

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.