Fana: At a Speed of Life!

Jaappaan tapha moo’atanii darbuu Waancaa addunyaaf dabarte

Finfinnee, Sadaasa 22, 2015 (FBC) – Jaappaanii fi Ispeen tapha moo’atanii darbuu Waancaa addunyaaf darban.

Jarman goolii 4 fi 2n Koostaarikaa injifattus Waancaa Addunyaa 22ffaa ala taate.

Injifatamuun Ispeen Jarman gatii kaffalchiiseera.

Jaappaan goolii 2 fi 1n Ispeen injifachuun tapha moo’anii darbuu Waancaa addunyaa 22ffaaf dabarteerti.

Hanga ammaatti biyyoonni 12 tapha moo’atanii darbuu Waancaa Addunyaa 22ffaaf darbaniiru.

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegraama https://t.me/afanoromofana

Yuutyuubii Afaan Or/omo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Twiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbook:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.