Fana: At a Speed of Life!

Jila Atileetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Addunyaa 45ffaarratti hirmaataniif sagantaan beekkamtii kennuu gaggeeffame

Finfinnee, Bitootessa 24, 2016 (FBC) – Jila Atileetiksii Shaampiyoonaa Qaxxaamura Biyyaa Addunyaa 45ffaa Sarbiyaa Magaalaa Beelgireeditti dorgomamerratti hirmaachuun qabxii gaarii galmeessuun deebi’eef sagantaan beekkamtii kennuu gaggeeffameera.

Bu’aan argame jajjabeessaa ta’uu fi dorgommii itti aanuuf xiyyeeffannoon qophaa’uun barbaachisaa ta’uu Pireezidaantiin Federeeshinii Atileetiksii Itiyoophiyaa gargaartuun Komishinaraa Daraartuu Tulluun saganticharratti haasawa taasiisaniin himaniiru.

#Oromia #Ethiopia

Odeeffannoowwan waqtaawaa dabalataa argachuuf;

Teelegiraama https://t.me/afanoromofana

Yuutiyuubii Afaan Oromo: https://bit.ly/3FjfCXR

Marsariitii fanabc.com/afaanoromoo

Tiwiitara https://twitter.com/fanatelevision nu duukaa bu’aa

Feesbuukii:https://www.facebook.com/afaanoromoofana/

Yeroo maraa nu waliin waan taataniif isin galateeffanna.

You might also like

Leave A Reply

Your email address will not be published.